2025 - 02 - 10 190

توحيد الألوهية
فهو توحيد الله بأفعالك
Tohida uluhiyya jechun
hoji ofii rabbi qofaf gochudha
fakkenyaf akka salata rabbi qofaf salatudha somas rabbuma qofaf somudha dua,i yokin kadhas rabbiqofa kadhachudha
Wantota ibaadatahan hundayyu rabbiqofaf gochusha
Kanatu tohida uluhiyya jedhama

مقالات إبن باز

راسلنا